Wayyoo maalan jadhaa Kana
Ilaalii Hadhakoo karaa deemtuu dhabdee(2)
Ilmoo gudifachuuf(2) caba hedduu cabdee(2)
Arra dhukubsattee(2) karaa deemtuu dhabdee(2)
Wayyoo(2) wayyoo(2)
Wayyoo yaa nageenyaa(2) maaliif nuttii hammaattee
Yaa Oromoo sabakoo maaliif caliifte ilaaltaa
Nagaan nagaa dhabee keesisaa madaadhaa(2)
Ogeessi fayyaa illee yaaluuf niirakataa(2)
Furmaannii keenya kun eenyuu bira laata(2)
Hadhakoo hin booyiin(2) guyyaan inuma darbaa
Ilmoo ishee awwaaltee arras tessee boossii (2)
yaa oromiiyaa ittii beektaa obsii(2)
Oromiiyaa (2) Oromiiyaa