Skip to content
Create
Home
Chat
Beta
Studio
New
Beta
Library
Plans
Support
Wiki
Blog
Toggle Sidebar
Search…
⌘
K
Loading…
Home
Library
Plans
Account
Yaa ililii tiyya, by Mamiya Zakariya. by LofiLogic349 - Zona
Yaa ililii tiyya, by Mamiya Zakariya.
LofiLogic349
Play
Like
Share
Lyrics
An siifan dhaladhee
Atis naaf uumamtee
Onnee koo gubbaatti
Jaalalaan shuumamtee
Qabeenyaan sin jijjiiru
Ani sodaa rakkinaa
Walumaan nama taanee
Rakkoo keessaa baanaa
Arra Shiro yoo nyaanne
Boru ammoo bargarii
Laga tokko burqine
Yoomuun baanu gargarii
Yaa hiriyaa dhunfaa koo
Tan ganamaaf galgalaa
Si jalaa qofa banti
Onneen koo balbalaa
Gar tokkee qaama kootii
Takkittii akka kumaa
Si wajjiin jiraadha
Jiruu koo hanga dhumaa
Yaa ililli tiyyaa
Ilillii rummaanaa
hoggayyuu lalistuu
bona taatuus ganna
Fageenyarraa teenyee
hedduu wal jaalannaa
Takkaa yoomiin arke
Jaalala akkanaa
Silaa wajji jiraanne
Waliin kabajannaa
Baga ittiin si gehee
guyyaa arraa kana
Details
Generated
Sep 27, 2025
Duration
2:44
Language
FI
Style
jazz
Credits
Prompt by
LofiLogic349
Model
Aria v4
Similar songs
Pesona
noews
Not knowing who you really are
Kathy
Aku menyebutnya cinta
OvertoneWorld501
Estoy aquí
RadioUrban568
Blessed Man
TribalBanger20
Similar songs
Pesona
noews
Not knowing who you really are
Kathy
Aku menyebutnya cinta
OvertoneWorld501
Estoy aquí
RadioUrban568
Blessed Man
TribalBanger20
Stall tripping
Papapuba669
لو مرة
jamal
Untitled
OvertoneEpic572
Humanity
EpicUnison438
Untitled
TechnoImproviser929
Its Christmas
Daizaradio_ia
FirsT-iN-The-dOOr
FlatNasty