Bifaafi bareedan
Tan dhabdduu fakkenya
Bareeddu addunyaaf
Tan taatuu fakkenya
Ijasii biraattij
Aduunu dukkana
Jaalatan jaalachuu
Bareeddu akkanaa
Maalayyaa kofllisii akkanaa
Dubbatan dhungosii gaafana
Bifaafi bareedan
Tan onnee harkifttu
Haalafii amalaan
Garallee boochifttu
Isidhaan argadhee
Urji leeylli ifttuu
Mee maalttu nanqatee
Isin tiiyya taatu
Jiirun too too aannan(×3)
Iisin taanto taanan
Utubaa jaalala
Yaa siida miidhaga
Si dhabnnaan yaanni Kee
Mana naarra diiga
Na biraan fagaatin
Miilli Koo siin fiiga
Tullu taabba ta'ee
Humna keetin diigaa
Miilli Koo gonkumaan dagatu
Faana Koo si biraan dhaabbatu
Garaan Koo gonkumaan sabatu
Malla tee buskutaan hanga siin dhungatu
Jiirun too too aannan
Jiirun too too aannan
Jiirun too too aannan
Iisin taanto taanan