Create
Search…
⌘
K
Home
Trending
Library
Credits
Chats
Support
Wiki
Blog
Toggle Sidebar
Ibrahim studio by XylophoneVintage791 - Zona
Track · Sep 30, 2025 · FI
Ibrahim studio
XylophoneVintage791
Play
Like
Duration
4:00
Language
FI
Lyrics
Sin jaalladha yoomuu
Maal yooman si jibbee
Si dhiisee Kan biraaf
Yooman reebe dibbee
Onneen Koo si malee
Hin Barre Kan biraa
Keessa Koo dhuunfatee
Suma duwwaa jiraa
Bareedduu koo kuullee
Kan ilkaan baddeessaa
Iddoo olaanaa qabdaam
Gola onnee Koo keessaa
Jaalalan siif qabuu
Maalittan fakkeessaa
Dhufee na bubbutaam
Halkan abjuu keessaa
Bakka Amma jirtus
Natti himuu dandeessaa
Ilaalees hin quufu
Addeenya ilkaan Kee
Qaratti dhaabataam
Konkonni funyaan Kee
Bareedduu intalaa
Sanyii warra mootii
Jaalalli durumaa
Akkas nama gootii
Halkan rafee hin buluu
irribaa na kaasaa
Guyyaas karaa irratti
Dhaabee natti hasaasaa
Jaalala keef jedheen
Boo'ee imimmaan lolaasaa
Ergii Wal jaallannee
Kunoo waggaa meeqaa
Kolfinee xabanna malee
Walii hin qabnu qeeqa
Ati michuu kootii
Ishee tiruuf kalee
Lakkii hin fedhuu anoo
Hawwii Koo si malee
Sin jaalladha yoomuu
Maal yooman si jibbee
Si dhiisee Kan biraaf
Yooman reebe dibbee
Onneen Koo si malee
Hin Barre Kan biraa
Keessa Koo dhuunfatee
Suma duwwaa jiraa
Bareedduu koo kuullee
Kan ilkaan baddeessaa
Iddoo olaanaa qabdaam
Gola onnee Koo keessaa
Jaalalan siif qabuu
Maalittan fakkeessaa
Dhufee na bubbutaam
Halkan abjuu keessaa
Bakka Amma jirtus
Natti himuu dandeessaa
Ilaalees hin quufu
Addeenya ilkaan Kee
Qaratti dhaabataam
Konkonni funyaan Kee
Bareedduu intalaa
Sanyii warra mootii
Jaalalli durumaa
Akkas nama gootii
Halkan rafee hin buluu
irribaa na kaasaa
Guyyaas karaa irratti
Dhaabee natti hasaasaa
Jaalala keef jedheen
Boo'ee imimmaan lolaasaa
Ergii Wal jaallannee
Kunoo waggaa meeqaa
Kolfinee xabanna malee
Walii hin qabnu qeeqa
Ati michuu kootii
Ishee tiruuf kalee
Lakkii hin fedhuu anoo
Hawwii Koo si malee
Style
upbeat indie pop with catchy guitar riffs and feel-good vibes
Credits
Prompt by
XylophoneVintage791
Generated
Sep 30, 2025
Model
Aria v4
More like this
Similar songs
Previous slide
Next slide
PT
Meu Lugar preferido
Mucky1967Gaspar
ES
Lleno de su amor (The King)
Misalmistafavorito
EN
Marinade Madness
wildcowboydasher
EN
Thank God for redemption By: Mike White Cloudwalker Music
RhythmHarmonic495
EN
Kiss my Baby
TheRoAnTigers
HU
Dave :D
LogicTechno965
EN
AI Revolution
CinematicAlchemist662
EN
Between Two Waters
TheRoAnTigers
CS
Je to on
ImproviserOrchestral844
EN
Chasing Paradise
AudioTheHitz08
ZH
一個戳一個抽
WaveyTheremin156
EN
Eyes Wide Open
IndieDrone47