#Furmaanni maali⁉️
○○○○○○○○○○○○○
Nama Shahaadaa Qabsiisu Osoo hin taane
Nama Shahaadaa Qabate Nama Gargaaru Gonkuma Argachuu hin dandeenne.
☆☆☆☆
#Furmaanni maali⁉️
☆☆☆☆
Majlisa Shahaadaa qabsiise dhageettanii⁉️
Majlisa Nama Shahaadaa qabate barsiise dhageettanii⁉️
Majlisa Masjida ijaare dhageettanii⁉️
Majlisa Madrasaa ijaare dhageettanii⁉️
Majlisa Ustaazota leenjise dhageettanii⁉️
Majlisa Aalima tokko qubsiise dhageettanii⁉️
Majlisa Markaza tokko ijaare dhageettanii⁉️
☆☆☆
Ani wanti gaafii natti ta'e fuul durumattuu kaayyoma kanaa qabaa laata⁉️