Let's play a music reggea style
[Verse 1]
Qabame jaalalan Jaalalan jaalalaan
Dhabe akkaan tahuu
Si jibbee baqadhe baqadhe deemuudhaaf
Garaan koo hin dandahu
[Verse 2]
Mala tokko dhabeetii
Onneento suma feetii
Tanaaf si jala ceetii
Atihoo akkami teetii
Yaanni koo yaada keetii
Yaada keen cinqameetii
Koottu mee gama kootii
Jaalalumaaf je'iitii
[Chorus]
Koottu jaalala bartaa
Koottu jaalala bartaa
Akkaan siif tahu garta
Koottu jaalala bartaa
Koottu jaalala bartaa
Akkaan siif tahu garta