deemi narra
Calisu koo gowwa naa seete
dubbachu dhabu koo waanan sijalufi 2x
naan dubadha naa gahera amma
obsaa fixe dadhabera amma
Sif obsee dadhabe
calise dadhabe
Hin jijjiramta jedhe
ati yoomu sanuma
Anis Koon Barbaada
Deemi Hanga Dhuma
Deemi narra amma deemi narra
deemi narra amma deem fagadhu
deemi narra akka feete ta'i
deemi narra kan feete jaladhu
Ati hin jijjiramtu
Ati yomu sanuma
An obsee dadhabe
Deemi narra amma
deemi narra amma
Deemi deem fagaadhu
deemi deemi amma
Kan feete jaaladhu
anis feedha gammachu malifan sin gadda
Anis jiruun qaba gammachun barbada
Ishe anaaf uume hiree koon barbaada
ofi kee muliftet
Ana naa dhoksita
ato of guddiftet
Ana tiqqesita
Hin jijjiramta jedhe si ege
ati yoomu sanuma
Deemi narra amma deemi narra
deemi narra amma deem fagadhu
deemi narra akka feete ta'i
deemi narra kan feete jaladhu
An sin jaala ture
jijjirama kee dhabe
amma hoo nan taane
Deem narra sijibbe